Jijjiiramtoota

Himoonni fi faankshinoonni armaan gadii jijjiiramtoota walii dalaguuf.Jijjiiramtoota ibsuuf ykn qindeessuuf,jijjiiramtoota gosa tokkorraa gara birootti geeddaruuf,ykn gosa jijjiiramaa murteessuuf faankshinoota kana fayyadamuu dandeessa.

CCur Function

Himannoo diraa ykn himannoo lakkoofsaa gara himannoo mahaallaqaatti geeddari.Qubannaan gitoo biyyaa addaan baasaa kurnayee fi mallattoo mahaallaqaaf fayyade.

CBool Function

Himannoo diraa ykn himannoo lakkofsaa gara himannoo Buuliyaaniitti geeddari,ykn himannoo lakkofsa baaqqee gara Buuliyaaniitti geeddari.

CDate Function

Himannoo diraa ykn lakkoofsaa kamuu gatii guuyyaatti geeddari.

CDec Function

Himannoo diraa ykn himannoo lakkoofsaa gara himannoo kurniyeetti geeddari.

CDbl Function

himannoo lakkoofsaa ykn himannoo diraa kamuu gara gosa dachaatti geeddari.

CInt Function

Himannoo diraa ykn lakkoofsaa kamuu itergaatti geeddari.

CLng Function

Himannoo diraa ykn lakkoofsaa kamuu itergaa dheeratti geeddari.

Const Statement

Diraa akka seranaatti qindeessi.

CSng Function

Himannoo diraa ykn lakkoofsaa kamuu gosa deetaa baaqqetti jijjiira.

CStr Function

Himannoo lakkoofsa kamuu gara himannoo diraatti jijjiira.

CVar Function

Himannoo diraa ykn himannoo lakkoofsaa gara himannoo addaba'aatti geeddari.

CVErr Function

Himannoo diraa ykn himannoo lakkoofsaa gara himannoo addaba'aa gosa xixiqqaa"Error" tti geeddari.

DefBool Statement

Yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,himni DefBool akaakuu deetaa durtii jijjiiramtootaf qindeessa,akkaataa hangii qubeen.

DefCur Statement

Yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,himni DefCur akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessa,akkaataa hangii qubeen.

DefDate Statement

Yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,himni DefDate akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessa,akkaataa hangii qubeen.

DefDbl Statement

yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,akkaataa hangii qubeetiin, akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessi.

DefErr Statement

Yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,himni DefErr akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessa,akkaataa hangii qubeen.

DefInt Statement

yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,akkaataa hangii qubeetiin, akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessi.

DefLng Statement

yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,akkaataa hangii qubeetiin, akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessi.

DefObj Statement

yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,akkaataa hangii qubeetiin, akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessi.

DefSng Statement

Yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,himni DefSng akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessa,akkaataa hangii qubeen.

DefStr Statement

Yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,himni DefSng akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessa,akkaataa hangii qubeen.

DefVar Statement

yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,akkaataa hangii qubeetiin, akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessi.

Dim Statement

Jijjiiramaa ykn waraantoo labsuu.

ReDim Statement

Jijjiiramaa ykn waraantoo labsuu.

Type Statement

Define non-UNO data structures (structs).

IsArray Function

Waraantoo keessatti, dirree deetaa ta'uu jijjiiramaa murteessa.

IsDate Function

Yoo himatni lakkoofsaa ykn diraa gara jijjiiramaa Guyyaatti jijjiiramuu ni danda'a ta'e basdaada.

IsEmpty Function

Gatii duwwaa qabaachuu jijjiiramaa jijjiiramuu basdaada. Gatii duwwaan, jalqabsiifamuu dhabuu jijjiiramaa agarsiisa.

IsError Function

Yoo jijjiiramaan gatii dogoggoraa qabaate basdaada.

IsNull Function

Yoo jijjiiramaan gatii addaa Null qabaate,jijjiiramaan kan deetaa hin qabne ta'uu isaa agarsiisudhaan, basdaada.

IsNumeric Function

Lakkoofsa ta'uu himataa basdaada. Yoo himatni lakkoofsa ta'e, faankishinichi dhugaa deebisa; yoo ta'uu baate ammoo soba deebisa.

IsObject Function

Wanta OLE ta'uu jijjiiramaa wantaa qorata. Yoo jijjiiramichi OLE wantaa ta'e, faankishinichi dhugaa deebisa; ta'uu baannan soba deebisa.

LBound Function

Daangaa waraantoo gara gad aanaa deebisa.

UBound Function

Daangaa waraantoo gara ol aanaa deebisa.

Let Statement

Jijjiramaaf gatii isaa ramada.

Array Function

Akaakuujijjiiramaa dirree deetaa wajjin deebisa.

DimArray Function

Waraantoo jijjiiramaa deebisa.

Erase Function

Qabiyyeewwan miseensota waraantoo gosa waraantoo hammamtaa dhaabbataa haquu ,fi kuufamoo gosa waraantoo hammamtaa jijjiramaan qabame gadlakkisiisuuf tajaajila.

Option Base Statement

0 ykn 1 akka durtii daangaa waraantoo isa gad-aanaatti hiika.

Option Explicit Statement

Jijjiiramaan marti, lakkadda sagantaa keessatti, Haala ifa ta'een hima Dim wajjin akka lallabaman hubachiisa.

Public Statement

Jijjiiramaa ykn waraantoo sadarkaa moojuliitti gareessa( kunimmoo karqurxa ykn faankishinii keessa miti),kanaaf jijjiramaa fi waraantoon mankitaabaa fi moojulii tursa ammaaf jiran eeyyamamoo dha.

Global Statement

Jijjiiramaa ykn waraantoo sadarkaa hundataatti gareessa( kunimmoo karqurxa ykn faankishinii keessa miti),kanaaf jijjiramaa fi waraantoon mankitaabaa fi moojulii tursa ammaaf jiran eeyyamamoo dha.

Static Statement

Jijjiiramaa ykn waraantoo, karqurxaa ykn faankishinii keessatti, bakka adeemsaatti lallaba. Kanaaf, gatiin jijjiiramaa ykn waraantoo erga karqurxa ykn faankishinii gaddhiifamee jiraatu ni hambifama. Jijjiirraan hima Dim ni danda'ama.

TypeName Function; VarType Function

Diraa(TypeName) ykn gatii lakkoofsaa(VarType) kan odeeffannoo jijjiiramaa qabu deebisa.

Set Statement

Jijjiiramaa ykn amala irratti wabii wantaa qindeessa.

FindObject Function

Wanti yeroo sa'aa darbee maqaa wantaatiin akka ulaagaa diraatti akka raawwatamu dandeessisa.

FindPropertyObject Function

Wantootni maqaa wantaatti fayyadamuudhaan akka ulaagaa diraatti yeroo sa'aa darbee akka raawwatamu taasisa.

Optional (in Function Statement)

Ulaagaalee kanneen gara faankishiniitti akka dirqaatti dabarfaman akka hiiktu siif eeyyama.

IsMissing Function

Faankishiniinichi ulaagaa dirqaaleetiin waamamuu isaa qorata.

HasUnoInterfaces Function

Yoo wanti Basic Uno walquunnama Uno muraasa deeggare, qorata.

EqualUnoObjects Function

Yoo wantootni Basic Uno ibsaman lamaan, gatii wanta Uno tokko bakka bu'an, dhugaatu deebi'a.

IsUnoStruct Function

Yoo wanti kenname Uno struct ta'e, True deebisa.