Rem Statement

sararri sagantaa sun yaada qabu ibsi.

caasimaa:

Rem Text

Ulaagaalee:

Barruu: Barruu kamuu akka yaadatti gargaaran.

Sajoo Qaxxee

barruun sarara irraa yaada ta'u isaa agarsiisuuf mallattoo waraabbii qeenxee fayyadamuu dandeessa.Mallattoon kun kallattiin gara harka mirga kalladdaa sagantaa galuu danda'a,yaadan duuka bu'ama.


Sajoo Yaaddannoo

Arfiilee jalmuraa, iddootti aanan _ akka arfiilee laman warra dhumaa kan sarara tokko itti fufuuf, sarara yaayaa sarara itti aanuu irraa fayyadamuu nidandeessa. Sararoota yaadaa itti fufuudhaaf, moojulii Basic warra tokkicha ta'aan keessatti "walta'oo Dirqalaa" galchuu qabda.


Fakkeenya:

Sub ExampleMid

Dim sVar As String

    sVar = "Las Vegas"

    Print Mid(sVar,3,5) ' Returns "s Veg"

    REM Nothing occurs here

End Sub