FreeLibrary Function

DLL kan hima labsameen fe'ame baasi. DLL n bahe ofumaan deebi'ee fe'ama yoo faankshiniin isaa keessaa tokko waamame.Dabalataan ilaali: Declare

caasimaa:

FreeLibrary (LibName As String)

Ulaagaalee:

LibName: Himannoon diraa kan maqaa DLL ibsuu dha.

Sajoo Yaaddannoo

FiriiLaybrariin DLLs yeroo Bu'uura sa'aa darbe fe'ame qofa baasuu danda'a.


Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Declare Sub MyMessageBeep Lib "user32.dll" Alias "MessageBeep" ( Long )

Sub ExampleDeclare

Dim lValue As Long

    lValue = 5000

    MyMessageBeep( lValue )

    FreeLibrary("user32.dll" )

End Sub