End Statement

Adeemsa ykn garee xumuruu.

caasimaa:

End, End Function, End If, End Select, End Sub

Ulaagaalee:

Hima Xumuraa akka arman gaditti fayyadami

himoota

Xumura:hin barbaachiftu,garuu adeemsa keessatti iddoo fedhe galuu dandeessi sagantaa raawwii xumuruuf.

End Function:HimaFaankshinii xumuri.

End If:xumura garee If...Then...Else mallattoo godhi.

End Select: xumura garee Select Case mallattoo godhi.

End Sub: Hima Sub xumuri.

Fakkeenya:

Sub ExampleRandomSelect

Dim iVar As Integer

    iVar = Int((15 * Rnd) -2)

    Select Case iVar

        Case 1 To 5

            Print "Number from 1 to 5"

        Case 6, 7, 8

            Print "Number from 6 to 8"

        Case Is > 8 And iVar < 11

            Print "Greater than 8"

        Case Else

            Print "Outside range 1 to 10"

    End Select

End Sub