Declare Statement
sagantaa xiqqoofaayelii DLL keessaatti ibsuu fi qindeessuu kan LibreOffice Basic irraa raawwachuu barbaaddu.
Dabalataan ilaali: FreeLibrary
caasimaa:
Declare {Sub | Function} Name Lib "Libname" [Alias "Aliasname"] [Parameter] [As Type]
Ulaagaalee:
Maqaa: maqaan adda addaa kan DLL keessatti qindeeffame, sagantaa xiqqoo LibreOffice Basic irraa waamuuf.
Maqaa maqbirroo: Maqaa sagantaa xiqqoo DLL keessatti qindaa'e.
Libname: maqaa faayelii ykn sirna DLL ti.Faankishinii yeroo jalqabaa fayyadameen Manbarroo kun ofumaan fe'a.
Tarreeffama qajeelfamaa:Tarreeffama ulaagaalee qajeelfama bakka bu'an yeroo waamametti kan adeemsatti darbe.Gosti fi lakkoofsi ulaagaalee adeemsa raawwii irratti hundaa'a.
Gosa: gosa deetaa gatii adeemsa faankishiniin deebi'u qindeessa.Yoo arfiin gosa ibsituu maqaan booda gale ulaagaalee kan dhiisuu dandeessa.
ulaagaalee sagantaa xiqqaatti dabrsuuf akka gatiitti qooda wabii,ulaagaaleen dirqama jefuraa ByValagarsiifamu.
Fakkeenya:
Declare Sub MyMessageBeep Lib "user32.dll" Alias "MessageBeep" ( Long )
Sub ExampleDeclare
Dim lValue As Long
lValue = 5000
MyMessageBeep( lValue )
FreeLibrary("user32.dll" )
End Sub