Himoota Dabalataa

Statements that do not belong to any of the other categories are described here.

Call Statement

Sagantaa too'annoo gara sagantaa xiqqoo,faankishinii ,ykn adeemsa DLL tti dabarsi.

Choose Function

Qajeelfamoota tarreeffaman irraa gatii filame debisi.

Declare Statement

sagantaa xiqqoofaayelii DLL keessaatti ibsuu fi qindeessuu kan LibreOffice Basic irraa raawwachuu barbaaddu.

End Statement

Adeemsa ykn garee xumuruu.

Exit Statement

Bayiitii faankishiinii,ykn sagantaa xiqqaa ,Do...Loop, For...Next

FreeLibrary Function

DLL kan hima labsameen fe'ame baasi. DLL n bahe ofumaan deebi'ee fe'ama yoo faankshiniin isaa keessaa tokko waamame.Dabalataan ilaali: Declare

Function Statement

Gosa deebii murteessuuf sagantaa xiqqaa akka himannootti fayyaduu danda'u qindeessi.

Rem Statement

sararri sagantaa sun yaada qabu ibsi.

Stop Statement

Raawwii Bu'uura sagantaa dhaabi.

Sub Statement

sagantaa xiqqaa qindeessi.

Switch Function

Tarreeffama qajeelfamootaa ,himannoo gatiin duuka bu'ame of keessaa qabu madaali.Faankishiiniin jijjiirraa gatii himannoo faankishinii kanaan darbe waliin walitti dhufeenya qabu deebisa.

With Statement

Wanta akka durtii wantaatti qindeessi. Hanga maqaan wanta biroo hin labsamnetti, amaloonni fi tooftan hundi durtii wantaa ibsu hanga himni End With gahutti.