GoTo Statement

sagantaa raawwii itti fufaa kan Sub ykn Function keessattii kan adeemsa sarara asxan agarsifame.

caasimaa:

Ulaagaalee ilaali

Ulaagaalee:

Sub/Function

garee himaa

 asxa1

Asxa2:

garee himaa

Exit Sub

Asxaa1:

garee himaa

Gara Asxa2 Deemi

End Sub/Function

LibreOffice Basic akka sagantaa raawwachuu itti fufu iddoo biraa adeemsa keessatti hima GoTo fayyadami.Iddoon dirqama asxaan agarsiifama. Asxaa mul'isuuf, maqaa moggaasi, achiin tuq-lameen(":") xumuri.

Sajoo Ofegannoo

Hima GoTo fayyadamuu hin dandeessu Sub ykn Function irra utaaluuf.


Fakkeenya:

Ulaagaalee ilaali