GoSub...Return Statement

sagantaa xiqqaa kan asxaan agarsiifame sagantaa xiqqaa ykn faankishiniini irraa waami. Himoonni asxatti aanan kan raawwatu hanga himni itti aanu deebi'utti. Isaan booda,sagantaan hima hima GoSub aanu waliin itti fufa.

caasimaa:

Ulaagaalee ilaali

Ulaagaalee:

Sub/Function

garee himaa

Moggaasa

garee himaa

GoSub Label

Exit Sub/Function

Asxaa:

garee himaa

deebisi

End Sub/Function

HimniGoSub sagantaa xiqqoo qe'e asxaan sagantaa xiqqoo ykn faankishiniinin agarsiifame waama. Maqaan asxaa tuq-lameen(":")dhan dhumuu qaba.

Sajoo Ofegannoo

Yoo sagantaan hima deebii of keessaatti qabu GoSubdurfamuu baate, LibreOffice Basic ergaa dogongoraa deebisa. sagantaan Sub ykn Function dhiisuu dhugoomsuuf osoo hima Return bira hinga'inExit Sub ykn Exit Function fayyadami.


Fakkeenyi armaan gadii faayidaa GoSub and Return mul'isa.Kutaa sagantaa al-lama raawwachuun,sagantaan iskuweer ruuttii lakkofsota lamaa kan fayyadamaan itti gale shallaga.

Fakkeenya:

Sub ExampleGoSub

Dim iInputa As Single

Dim iInputb As Single

Dim iInputc As Single

    iInputa = Int(InputBox("Enter the first number: ","NumberInput"))

    iInputb = Int(InputBox("Enter the second number: ","NumberInput"))

    iInputc=iInputa

    GoSub SquareRoot

    Print "The square root of";iInputa;" is";iInputc

    iInputc=iInputb

    GoSub SquareRoot

    Print "The square root of";iInputb;" is";iInputc

    Exit Sub

SquareRoot:

    iInputc=sqr(iInputc)

    Return

End Sub