Utaali

Himoonni armaan gadii utaalcha raawwatu.

GoSub...Return Statement

sagantaa xiqqaa kan asxaan agarsiifame sagantaa xiqqaa ykn faankishiniini irraa waami. Himoonni asxatti aanan kan raawwatu hanga himni itti aanu deebi'utti. Isaan booda,sagantaan hima hima GoSub aanu waliin itti fufa.

GoTo Statement

sagantaa raawwii itti fufaa kan Sub ykn Function keessattii kan adeemsa sarara asxan agarsifame.

On...GoSub Statement; On...GoTo Statement

sararota lakkadda sagantaa keessattii baay'ee ibsame keessa tokkotti qoodi, gatii himannoo irratti hundaa'un.