marsoota
Himoonni armaan gadii marsoota raawwatu.
Do...Loop Statement
Himoota gidduu Do fi Loop irra deddeebi'i yommuu haalli isaa dhugaa ykn hanga halli isaa dhugaa ta'utti.
While...Wend Statement
yoo sagantaan hima While of keessaatti qabate, haalicha mirkaneessa.yoo haalli soba ta'e, sagantaan kallattiin hima Wend duuka itti fufa. Yoo haallichi Dhugaa ta'e, marsaan hanga sagantaan Wend barbaaduu fi gara hima While deebi'utti raawwata. Yoo haallichi ammas dhugaa ta'e, marsaan irra deebi'e raawwata.