IIf Statement

Gatii Yaayaa himannoo madaalame irratti hundaa'itii, bu'aa faankishinii lamaan danda'amu keessa tokko deebisi.

caasimaa:

IIf (Expression, ExpressionTrue, ExpressionFalse)

Ulaagaalee:

Himannoo: Himannoo kamuu kan madaaluu barbaadde.yoo himannoon Dhugaa madaalame ,faankishiniin bu'aa himannooDhugaa deebisa, yoo ta'u baate bu'aaa himannooSoba debisa.

HimannooDhugaa, HimannooSoba: Himannoo kamuu,tokkoon isaa akka bu'aa faankishiniitti deebi'u, yaayaa madaalli irratti hundaa'a.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu