Haala himootaa

Himoonni armaan gadii haala irratti hundaa'u.

If...Then...Else Statement

Haalli kenname Dhugaa yoo ta'e garee hima tokkoo ykn baay'ee raawwachuu barbaadde qofa ibsi.

Select...Case Statement

Garoota hima tokkoo ykn bay'ee gatii himannoo irratti hundaa'ii ibsi.

IIf Statement

Gatii Yaayaa himannoo madaalame irratti hundaa'itii, bu'aa faankishinii lamaan danda'amu keessa tokko deebisi.