Too'annaa Sagantaa Raawwii

Himoonni armaan gadii sagantaa rawwii too'atu.

sagantaan waliigalatti lakkaddaa sarara jalqabaa irraa hanga lakkadda sarara xumuraatti raawwata. Itti dabaltees adeemsa murtaa'e kan sagantaa keessaa akkaataa adeemsa xixiqqaa ykn faankishiniitti raawwachuu dandeessa. Qaama sagantaa amma barbaachisu irra deddeebi'uuf marsaa fayyadamuu dandeessa,ykn hanga haalli ta'e murtaa'utti. Gosti too'annaa himoota akkanaa haala, marsaa, ykn utaalchoo himootatti qoodamu.

Haala himootaa

Himoonni armaan gadii haala irratti hundaa'u.

marsoota

Himoonni armaan gadii marsoota raawwatu.

Utaali

Himoonni armaan gadii utaalcha raawwatu.

Himoota Dabalataa

Statements that do not belong to any of the other categories are described here.