Log Function

Logaarizimii uumamaa kan lakkoofsaa deebisaa.

caasimaa:

Log (Number)

Gatii deebii:

Dachaa

Ulaagaalee:

Lakkofsa: Himannoon lakkoofsa kamuu logaarizimii uumamaa shallaguu barbaadde.

Logaarizimiin uumamaa logaarizimii hundeen isaa e ta.e dha. Gatiin e dhaabbataadha tilmaaman 2.718282...

logaarizimii hundeen isaa kamuu kan (n)lakkoofsa kamuu kan (x) ta'eef shallaguuf logaarizimii uumamaa x logaarizimii umamaa n f akka armaan gadiitti hiruu dha:

Log n(x) = Log(x) / Log(n)

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleLogExp

Dim a As Double

Dim Const b1=12.345e12

Dim Const b2=1.345e34

    a=Exp( Log(b1)+Log(b2) )

    MsgBox "" & a & chr(13) & (b1*b2) ,0,"Multiplication by logarithm function"

End Sub