"^" Operator

lakkofsa expoonantiitti Olkaasuu

caasimaa:

Result = Expression ^ Exponent

Ulaagaalee:

Bu'aa: himannon lakkofsa kamu bu'aa lakkoofsa expoonentitti olkaasuu qabu.

Himannoo:Gatii Lakkoofsa expoonantiitti olkaasuu barbaaddu.

Mul'isaan : Gatii expoonantii at himannoo olkaasuu barbaadde.

Fakkeenya:

Sub Example

    Print ( 12.345 ^ 23 )

    Print Exp ( 23 * Log( 12.345 ) ) REM Raises by forming a logarithm

End Sub