"+" Operator

himannoo lama ida'i ykn walitti maki.

caasimaa:

Bu’aa = Himannoo1 + Himannoo2

Ulaagaalee:

Bu'aa: himannoo lakkofsa kamu bu'aa ida'uu qabu.

Himannoo1, Himannoo2: himannoowwan lakkoofsa kamu kan walitti makuu ykn ida'uu barbaadde.

Fakkeenya:

Sub ExampleAddition1

    Print 5 + 5

End Sub

 

Sub ExampleAddition2

Dim iValue1 As Integer

Dim iValue2 As Integer

    iValue1 = 5

    iValue2 = 10

    Print iValue1 + iValue2

End Sub