Time Statement

Faankishinin kun sirna diraan yeroo ammaa haala kanaan "HH:MM:SS" deebisa.

caasimaa:

Time

Ulaagaalee:

Text: Diraan kammiyyuu yeroo haraa ibsuuf haala kanaan "HH:MM:SS" ta'a.

Fakkeenya:

Sub ExampleTime

    MsgBox Time,0,"Yeroon"

End Sub