Sirna Guyyaa fi Yeroo

Himoonni fi faankishiniin armaan gadii sirna guyyaa deebisu ykn olkaa'u.

Date Statement

Sirna diraan guyyaa ammaa deebisi ykn guyyaa haromsi.Akkataan guyyaa sirna yoomessa keessaa kee irratti hundaa'a.

Now Function

Sirna guyyaa fi yeroo ammaa akka gatii Date ti deebisi.

Time Statement

Faankishinin kun sirna diraan yeroo ammaa haala kanaan "HH:MM:SS" deebisa.

Timer Function

Gatii lakkoofsa sekandii giddugaleessa halkaniitii eegalee jiru deebisi.