WeekDay Function

Lakkoofsa guyyaa torbanii waliin wal gitu kan lakkoofsa guyyaa kamiitiin ibsamu deebisa innis dateSerial ykn DateValue faankishiniin ibsama.

caasimaa:

WeekDay (Lakkoofsa)

Gatii deebii:

intergaa

Ulaagaalee:

Lakkoofsa:Himamsa itergaa lakkofsa guyyaa kamii of keessaa qabu kan guyyaa torbanii (1-7) shallaguuf nu garagaarudha.

Fakkeenyi armaan gadii faankishinii weekday jedhu fayyadamuun yommuu ati guyyaa galchitu guyyaa torbanii murteessa.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleWeekDay

Dim sDay As String

REM  galiisa fi agarsiisa guyyaa torbee

    Select Case WeekDay( Now )

        Case 1

            sDay="Sunday"

        Case 2

            sDay="Monday"

        Case 3

            sDay="Tuesday"

        Case 4

            sDay="Wednesday"

        Case 5

            sDay="Thursday"

        Case 6

            sDay="Friday"

        Case 7

            sDay="Saturday"

    End Select

    msgbox "" + sDay,64,"Har'a Guyyaan"

End Sub