FileDateTime Function

Diraa guyyaa fi yeroo of keessaa qabu faayiliin kan itti uumame ykn itti fooyya'e deebisa.

caasimaa:

FileDateTime (Barruu akka diraati)

Ulaagaalee:

Barruu: Himamsa diraa kammiiyyuu kan faayilii ifa ta'e of keessa qabu. Kanas fayyaduumuu ni dandeessa Sirnasxaa URL.

Faankishiniin kun faayiliin yeroo kam akka uumamee fi yeroo dhumaa kam akka fooyya'e erga murteesse booda haala kanaan "MM.DD.YYYY HH.MM.SS" deebi'a.

You can set the locale used for controlling the formatting numbers, dates and currencies in LibreOffice Basic in - Language Settings - Languages. In Basic format codes, the decimal point (.) is always used as placeholder for the decimal separator defined in your locale and will be replaced by the corresponding character.

Haala walfakaatuun qindaa`ina gitoo biyyaa guyyaa, sa`atii fi sharafa dhangiiwwan irratis ni raawata. Bu`uuri dhangii Lakkadda akkaataa qindaa`ina gitoo biyyaatiin ni hiikama akasumas ni argisiifama.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleFileDateTime

    MsgBox FileDateTime("C:\autoexec.bat")

End Sub