FileCopy Statement

Faayilii jaaltessa.

caasimaa:

FileCopy TextFrom As String, TextTo As String

Ulaagaalee:

Barruu irraa: Himamsa diraanii kamiyyuu kan maqaa faayilii ibsu kan ati jaaltessuu barbaade.Himamsi xurree filannoo fi odeeffannoo oofamu of keessaa qaba. Yoo barbaade,xurree galchuu dandeessa sirnasxa URL kessatti.

Barruu gara:Himamsa diraa eessatti faayilii madda irra garagalchuu akka barbaaddu.Himamsi oofuu gaa'uumsaa, xurree, fi maqaa fayilii, ykn xurree sirnasxa URL of keessaa qaba.

Sajoo Yaaddannoo

Faayiloota garagalchuun hin danda'amne hima FileCopy jedhu qofa fayyadamuun ni dandeessa.


Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

76 Xurree hin argamne 76 Xurree hin argamne 76 Xurree hin argamne 76 Xurree hin argamne 76 Xurree hin argamne 76 Xurree hin argamne 76 Xurree hin argamne 76 Xurree hin argamne

Fakkeenya:

Sub ExampleFileCopy

    FileCopy "c:\autoexec.bat", "c:\Temp\Autoexec.sav"

End Sub