Faayiloota Taliiguu

Faankishinii fi hima faayilii taliiguuf asitti ibsameera.

ChDir Statement

Oofuu ykn galeeloo ammee jijjiira.

ChDrive Statement

Oofuu ammee jijjiiri.

CurDir Function

Bakkabu'oota diraa kan xurree ammee oofuu ibsame deebisi.

Dir Function

Maqaa faayilii ,galeeloo ykn faayilii fi galeeloo hunda oofaa ykn galeeloo kan xurree barbaachisaa waliin wal gitu deebisi.

FileAttr Function

Haalata gahinsaa deebisi ykn lakkofsa gahiinsa faayilii kan hima banaa dhaan banamu.Lakkofsi gahiinsa faayilii sirna dalagaa (OSH= Qabannoo sirna dalagaa)

FileCopy Statement

Faayilii jaaltessa.

FileDateTime Function

Diraa guyyaa fi yeroo of keessaa qabu faayiliin kan itti uumame ykn itti fooyya'e deebisa.

FileExists Function

Yoo faayilii ykn baafni maqaa gidduugaleessa agargoo irrati argame murteesi.

FileLen Function

Dheerina faayilii bayitiin deebisi.

GetAttr Function

Haala laklamee kan gosa faayilii ykn maqaa qabee galeeloo deebisa.

Kill Statement

Faayilii baxxee irraa balleessi.

MkDir Statement

Galeeloo haraa giddugaleessa agaargootti uuma.

Name Statement

Faayilii ykn galeeloo jiru maqaa jijjiiri.

RmDir Statement

Gidduugaleessa daataa irraa galeeloo jiru balleessi.

SetAttr Statement

Faayiilii ibsameef amaloota odeeffannoo moggaasi.