Seek Function

Faayilii hima banaadhaan baname qubannoo itti aaneen barreefamu ykn dubbifamun qubannoo deebisa.

Gahiinsa faayilii darbee darbeetiif, faankishiniin barbaachaa baay'ina kuusaa itti aanee dubbifamu deebisa.

Faayiloota karaa biroof,faankishiniin qubannoo baayitii deebisa dalagaan itti aanuu mul'achuuf.

Kanas ilaali: Banaa, Barbaacha.

caasimaa:

Seek (FileNumber)

Gatii deebii:

Dheeraa

Ulaagaalee:

FileNumber:Lakkofsi karaa deetaa hima banaa keessatti fayyada.