Loc Function

Faayilii banaadhaaf qubannoo ammee deebisa.

caasimaa:

Loc(FileNumber)

Gatii deebii:

Dheeraa

Ulaagaalee:

FileNumber: Himannoo numeerikaalaa baay'ina lakkofsaa of keessaa qabu kan hima banaadhaan qindeessu faayilii wal duraa duubatiif.

Yoo Loc faankishiinin faayilii gahiinsa darbee darbeeti fayyadame, baay'ina kuusaa isa dhumaa kan dhumarratti dubbisu ykn barreessu deebisa.

Faayilii tartiibatiif, faankishiniin Loc qubannoo faayilii 128 hiramuu deebisa. Faayilii lameef, baayitii qubannoo barreessuu ykn dubbisuu dhumaa deebisa.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

52 Maqaa faayiylii yookiin lakkoofsa yaraa