Put Statement

Kuusaa faayilii firaa irratti barreessii ykn tartiiba baayitii fayilii lamee irratti.

Hima: argannoo kan ilaali.

caasimaa:

Put [#] FileNumber As Integer, [position], Variable

Ulaagaalee:

FileNumber: Himannoo itergaa kamiyyuu kan faayilii itti bareessuu barbaadde hiikan.

Qabannoo: Faayiloota fira ta'aniif(gahiinsa darbee darbee),baay'ina kuusaa ati barreesuu barbaaddee.

Faayilii lameedhaaf(gahiinsa lamee), qubannoo baayitii faayilii keesssatti bakka barreesuu irraa eegaltu.

Gegeedaramaa: Maqaa gegeedaramaa kan ati faayiliitti barreessuu barbaaddu.

Yaadannoo faayilii firaa: Qabiyyeen faayilii kanaa yoo dheerina kuusaa ibsameen wal gituu baate LenHima haraggoo Banaa iddoon kuusaan haaraan itti barraahe gidduu fi kuusaa itti aanee faayiliirra deetaa jiru faayilii ati irratti barressitu waliin jiifata.

Yaadannoo faayilii lamee: Qabiyyeen gegeedaramaa qubannoo ibsame irratti katabama kana malees faayiliin qareen baayitii dhumaatiin booda sagii kallattiiti. Kuusaa gidduu iddoon hafuu hin qabu.

Fakkeenya:

Sub ExampleRandomAccess

Dim iNumber As Integer

Dim sText As Variant REM Must be a variant type

Dim aFile As String

    aFile = "c:\data.txt"

    iNumber = Freefile

    Open aFile For Random As #iNumber Len=32

    Seek #iNumber,1 REM Position to start writing

    Put #iNumber,, "Kun sarara barruu tokkoffaati" REM Sarara barruudhaan guuta.

    Put #iNumber,, "Kun sarara barruu isa lammaffa dha"

    Put #iNumber,, "Kun sarara barruu isa sadaffaadha"

    Seek #iNumber,2

    Get #iNumber,,sText

    Print sText

    Close #iNumber

    iNumber = Freefile

    Open aFile For Random As #iNumber Len=32

    Get #iNumber,2,sText

    Put #iNumber,,"Kun barruu haaradha"

    Get #iNumber,1,sText

    Get #iNumber,2,sText

    Put #iNumber,20,"Kun barruu kuusaa 20 keessati"

    Print Lof(#iNumber)

    Close #iNumber

End Sub