Input# Statement

Tartiiba faayilii irraa deetaa dubbisa.

caasimaa:

Input #FileNumber As Integer; var1[, var2[, var3[,...]]]

Ulaagaalee:

FileNumber: Baay'ina faayilii kan deetaa dubbisuu barbaadde of keessaa qabu. Faayiliin hima banaa irraa banamuu qaba jefuraa INPUT jedhamu fayyadamuudhaan.

var: Gegeedaramaa numeerikaalaa ykn diraa kan gatii faayilii banaa irraa dubbifamu.

Himni Input# gatii numeerikaalaa ykn diraa faayilii banaa irraa deetaa gegeedaramaa tokkoo fi isaa olitti mogaafama. Gegeedaramaan numeerikaalaa hanga daangaa toorbarruu (Asc=13) (Asc=10),iddoo,qoodduu dubbisa. Gegeedaraman diraa hanga toorbarruu(Asc=13), (Asc=10), ykn qoodduutti dubbisa.

Deetaa fi akaakuu deetaa faayilii banaa keessaa tartiiba tokkoon akka ulaagaa gegeedaramaa "var" mul'achuu qaba.Yoo gatii numeerikaala hin taane gegeedaramaa numeerikaalaati moggaaste "var" gatii "0" moggaafama.

Kuusaan qooddudhaan addan bahan gegeedaramaa diraatti hin moggafaman. Mallattoo waraabbii("") hubannoo keessaa galuu qaba.Yoo faayiliirraa arfii kana dubbisuu barbaadde sarara kana fayyadami hima Input# barruu qulqulluu sarara sararaan dubbisuuf (faayiliin arfii maxxanfamaa qofa of keessaa qaba).

Yoo dhumni faayilii dhaqabame ennaa maalimni deetaa dubbifamu dogogorrii uumamee hojiin addaan kuta.

Fakkeenya:

Sub ExampleWorkWithAFile

Dim iCount As Integer

Dim sName As String

Dim sValue As Integer

Dim sFileName As String

 

sFileName = "c:\data.txt"

iCount = Freefile

 

' Write data ( which we will read later with Input ) to file

Open sFileName For Output As iCount

sName = "Hamburg"

sValue = 200

Write #iCount, sName, sValue

sName = "New York"

sValue = 300

Write #iCount, sName, sValue

sName = "Miami"

sValue = 459

Write #iCount, sName, sValue

Close #iCount

 

iCount = Freefile

' Read data file using Input

Open sFileName For Input As iCount

Input #iCount; sName, sValue

MsgBox sName & " " & sValue

Input #iCount; sName, sValue

MsgBox sName & " " & sValue

Input #iCount; sName, sValue

MsgBox sName & " " & sValue

Close #iCount

End Sub