Faankishinoota Faayilii naqa/Bahaa
Faayilii fira ta'e irraa kuusaa ykn tartiiba baayitii faayilii lamee irraa gara gegeedaramaatti dubbisa.
Tartiiba faayilii irraa deetaa dubbisa.
Diraa tartiiba faayilii irraa gara gegeedaramaatti dubbusi.
Kuusaa faayilii firaa irratti barreessii ykn tartiiba baayitii fayilii lamee irratti.
Deetaa faayilii tartiibaa irratti barreessi.
Faayilii banaadhaaf qubannoo ammee deebisa.
Faayilii hima banaadhaan baname qubannoo itti aaneen barreefamu ykn dubbifamun qubannoo deebisa.
Yoo qareen faayilii dhuma faayilichaa irra gahe murteessi.
Hamamtaa faayilii banaa baayitiin deebisa.