RGB Function

Gatii halluu intergaa dheeraa akaakuuwwan diimaa, magariisaa fi cuquliisa irraa ijaarame deebisi.

caasimaa:

RGB (Red, Green, Blue)

Gatii deebii:

Dheeraa

ulaagaa:

Diimaa: Himannoo intergaa kamiyyuu akaakuu diimaa (0-255) kan halluu makaa baka bu`u dha.

Magariisa: Himannoo intergaa kamiyyuu akaakuu magariisa (0-255) kan halluu makaa baka bu`u dha.

Cuquliisa: Himannoo intergaa kamiyyuu akaakuu cuquliisa (0-255) kan halluu makaa baka bu`u dha.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleColor

Dim lVar As Long

    lVar = rgb(128,0,200)

    MsgBox "The color " & lVar & " consists of:" & Chr(13) &_

        "red= " & red(lVar) & Chr(13)&_

        "green= " & green(lVar) & Chr(13)&_

        "blue= " & blue(lVar) & Chr(13) , 64,"colors"

End Sub