Red Function
Gosa diimaa lakkaddaa halluu ifteessamee deebisi.
caasimaa:
Red (ColorNumber As Long)
Gatii deebii:
intergaa
ulaagaa:
Lakkoofsa Halluu: Himannoo intergaa dheeraa kan lakkadda halluu gosa diimaa eenyumaayyuu deebisuu ifteessa.
Fakkeenya:
Sub ExampleColor
Dim lVar As Long
lVar = rgb(128,0,200)
MsgBox "The color " & lVar & " consists of:" & Chr(13) &_
"red= " & red(lVar) & Chr(13)&_
"green= " & green(lVar) & Chr(13)&_
"blue= " & blue(lVar) & Chr(13) , 64,"colors"
End Sub