Blue Function

Gosa magariisa lakkaddaa halluu ifteessamee deebisi.

caasimaa:

Blue (Color As Long)

Gatii deebii:

intergaa

ulaagaa:

Gatii halluu: ibsa intergaan dheeraa kan lakkaddaa halluu gosa magariisa kamiyyuu kan deebi`uu ibsa dha.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleColor

Dim lVar As Long

    lVar = rgb(128,0,200)

    MsgBox "The color " & lVar & " consists of:" & Chr(13) &_

        "red= " & Red(lVar) & Chr(13)&_

        "green= " & Green(lVar) & Chr(13)&_

        "blue= " & Blue(lVar) & Chr(13) , 64,"colors"

End Sub