Halluu faankishinoota

kutaan kun faankishinii sa`atii darbee halluuwwan ibsuuf gargaaran hiika.

Blue Function

Gosa magariisa lakkaddaa halluu ifteessamee deebisi.

Green Function

Gosa cuquliisa kan lakkadda halluu kennamee deebisi.

Red Function

Gosa diimaa lakkaddaa halluu ifteessamee deebisi.

QBColor Function

Lakkadda halluu RGB kan akka gatii halluutti darbu tartiiba MS-DOS keessaa cirna saganteessuu irratti hundaa`uudhan deebisi.

RGB Function

Gatii halluu intergaa dheeraa akaakuuwwan diimaa, magariisaa fi cuquliisa irraa ijaarame deebisi.