InputBox Function

Proompitii qaaqa iddoo fayyadamaan barruu naqu agarsiisi.Naqaan gara jijjiiramaatti ramadameera.

Himni Sanduuqa Naqaa barruu qaaqa keessaan saaguuf tooftaa mijataa dha. Naqaa TOLE cuuqaasuun yookiin Deebii dhiibuun dhugoomsi.Naqaan akka gatii deebii faankishiniiti ni deebi`a. Osoo qaaqa dhiisi waliin cufte, Sanduuqni Naqaa diraa ("")dheerina zeeroo deebisa.

caasimaa:

InputBox (Msg As String[, Title As String[, Default As String[, x_pos As Integer, y_pos As Integer]]]])

Gatii deebii:

Diraa

ulaagaa:

Msg: Himannoo diraa akka ergaatti sanduuqa qaaqa keessaatti agarsiisamu dha.

Matduree: Himannoo diraa kabala matduree sanduuqa qaaqa keessaatti agarsiisamu dha.

Durtii: Himannoo diraa sanduuqa barruu keessaatti akka durtiitti yoo naqaan biraan hin jiru ta`e agarsiisamu dha.

x_pos: Himannoo intergaa kan iddoo sardalaa kan qaaqa ifteessu dha. Iddoon coordinaatii sirrii fi kan foddaa fayyadama ofisii hin ibsine dha.

y_pos: Himannoo intergaa kan iddoo sarjaa kan qaaqa ifteessu dha. Iddoon coordinaatii sirrii fi kan foddaa fayyadama ofisii hin ibsine dha..

Osoo x_pos fi y_pos badan, qaaqan argii qixxalaman ta`a. Iddoon twiipsi keessatti ifteessamu.

Fakkeenya:

Sub ExampleInputBox

Dim sText As String

    sText = InputBox ("Please enter a phrase:","Dear User")

    MsgBox ( sText , 64, "Confirmation of phrase")

End Sub