Print Statement

Diraa ifteessame yookiin lakkoofsa qaaqatti hiikame yookiin faayiliif ibsi.

caasimaa:

Print [#FileName,] Expression1[{;|,} [Spc(Number As Integer);] [Tab(pos As Integer);] [Expression2[...]]

ulaagaa:

MaqaaFaayilii: ibsa lakkoofsaa kammiiyyuu ta`ee kan lakkoofsa faayilii hima banuutiin ka ta`ee faayilii duraa dubaa ofkeessatti qabatu dha.

Himannoo : hima lakkoofsa yookiin diraa maxxansamu dha. Himannoo baay`een tuq lamee addaan ba`u. Osoo qoodduudhaan aaddaan ba`an, himannoon taabii itti aanee dhaabbatuti galumsaa`a. Taabiin dhaabbatu sirraa`uu hin danda`u.

Lakkoofsa: Lakkoofsa bakkootaa faankishinii Spc saagaman..

Pos: Bakkoota hanga iddoon ifteessammuti saagamani dha.

Osoo tuq lameen yookiin qoodduun himannoo booda maxxanfamuuf argaman, bu`uuri LibreOffice barruu sanduuqa yerommaa keessattii fi sagantaa hojjoomuu maxassa maleen itti fufa. Yommuu himni maxxansaa biroon tuq lamee yookiin qoodduu malee dhumarratti uumamu, barruun maxxansamuu qaban hundi altakkaa ni maxxansamu.

Himannoon lakkoofsa poositiivii bakka duraa waliin ajajamuu.ni maxxansamu. Himannoon neegatiivii mallattoo hi`isuudhaan ajajamuun ni maxxansamu. Osoo gatiiwwan tokko tokko hangana tuqaa bololi`uuf dheeratan, himannoon lakkoofsa dara duubaan ibsa expooneentii keessatti ni maxxansamu.

Osoo himannoon maxxansamu dheerina tokko tokko caale, agarsiifamni ofummaan sarara itti aanu marsa.

Sajoo Yaaddannoo

Faankishinii taabii saaguu, tuq lameen hammachiisuu, gidduu hima iddoo murtaa`ee bahaa yaadame, yookiin faankishinii Spc lakkoofsa bakkootaa ifteessame saaguun ni danda`ama.


Fakkeenya: