Faankishinoota sa`atii darbee
Kutaan kun Bu`uura LibreOffice ibsa.
Faankishinoota I/O argii
Kutaan kun Faankishinoota Sa`atii Darbee qaaqalee naqaa fi bahaa galiinsa itti fayyadamaa waamuuf gargaaru ibsa.
Faankishinoota I/O Faayilii
Faayiloota (data) itti gargaaraman ibsame uumuu fi to`achuuf Faankishinoota I/O Faayilii gargaarami.
Guyyaa fi yeroo Functions
Himootaa fi faankishinoota asitti ibsaman guyyaa fi yeroo herreeguuf fayyadami.
Fankishinii Qabannoo Dogogora
Himootaa fi faankishinii armaan gadii fayyadani LibreOffice Bu'uura dogogora ka'uumasa dabalgochuuf.
Faankishinoota lakkoofsaa
faankishinoonni lakkoofsa armaan gadii hediisa dalagu. Herreegni fi ogeejjiin Buuliyaanii kutaa addaatti ibsame.Faankishinoonni Ogeejjii irraa adda, faankishinoonni walii galtee dabarsuu fi bu'aa deebisuu yoo ta'u ogeejjiin immoo bu'aa himannoowwan lakkoofsaa lamaa walitti qabuun deebisa.
Jijjiiramtoota
Himoonni fi faankshinoonni armaan gadii jijjiiramtoota walii dalaguuf.Jijjiiramtoota ibsuuf ykn qindeessuuf,jijjiiramtoota gosa tokkorraa gara birootti geeddaruuf,ykn gosa jijjiiramaa murteessuuf faankshinoota kana fayyadamuu dandeessa.
Ajajawwan Biroo
Kuni, tarreffama faankishinootaa fi himootaa kanneen akaakuu biraa keessatti hin hammatamnee ti.