Mudatoota
Too`annaa yookiin qaaqa filatameef ramadamoota mudata hiiki. mudatootni argaman akaakuu too`annaa filatamee irratti hundaa`a.
Xiyyeeffannoo yoo argatu
Mudatni kun kan uumamu too`annaan xiyyeeffannoo yoo argatu.
Xiyyeeffannoo yoo dhabu
Mudatni kun kan uumamu too`annaan Xiyyeeffannoo yoo dhabu.
Furtuu dhiibame
Mudatni kun kan uumamu yeroo itti fayyadamaan furtuu kamiyyuu dhiibu garuu too`annaan immoo xiyyeeffatu.
Furtuu dhiibame
Mudatni kun kan uumamu yeroo itti fayyadamaan furtuu kamiyyuu gadhiisu garuu too`annaan immoo xiyyeeffatu.
Fooyya`aa
Mudatni kun kan uumamu, yeroo too`annaan xiyyeeffanaa dhabuu fi qabeentootni too`annaa sababa dhabuu xiyyeeffanaan jijjiiramani dha.
Barruu fooyya`aa
Mudatni kun kan uumamu yeroo barruu dirree naqaa keessaatti saagdu yookiin fooyyessitu dha.
Wanta haalojii jijjiirame
Mudatni kun kan uumamu yeroo haalojiin dirree too`annaa jijjiiramu, fakkeenyaaf, filatame hanga hin filatamne.
Keessa hantuutee
Mudatni kun kan uumamu yeroo hantuuteen too`anntti saagamu.
Hantuuteen siiqa garuu furtuun dhiibama
Mudatni kun kan uumamu yeroo hamtuuteen harkisamu garuu furtuun dhiibamu.
Hantuutee siiqe
Mudatni kun kan uumamu yeroo hantuuteen too`annaa irraa siiqu dha.
Hantuutee qabduu dhiibame
Mudatni kun kan uumamu yeroo hantuuteen qabduu dhiibamu garuu akeektuun hantuutee immoo too`annaa irra ta`u dha.
Qabduu hantuutee gadhiifame
Mudatni kun kan uumamu yeroo hantuuteen qabduu gadhiifamu garuu akeektuun hantuutee too`annaa irra ta`u dha.
Hantuutee alaa
Mudatni kun kan uumamu yeroo hantuuteen too`annaa gadhiisu dha.
Yoo mijeessitu
Mudatni kun kan uumamu yeroo kabali maraa harkisamu dha.