Bu`uura IDE LibreOffice

Kutaan kun caasaa Bu`uura IDE ibsa.

Kamshaalee Maakroo

Kamshaaleen maakroo ajajawwan maakroo uumuuf, gulaaluu fi kaasuuf fayyadan ofkeessatti qaba.

Foddaa Ilaali

Foddaa Ilaali gatii jijjiiramaawwanii yeroo sagantaa hojjoomuu akka ilaalu nuuf heeyyama. Jijjiiramaa ilaalcha sanduuqa barruu keessatti ni ibsa. Jijjiiramaa sanduuqa tarreetti dabaluu fi gatiiwwan isaanii agarsiisuuf Ilaali Dandeessisi cuuqaasi.

Tartiibaa Bilbilaa Foddaa (Bilbiloota)

Tartiibaa Bilbilaa sagantaa hojjoomuu adeemsaa fi fankishinii tartiibaa torgiif ni heeyyama. Adeemsii fi fankishiniin gad gara oliitti fankishinii yookiin adeemsa tarree olii dhiyoo wajjiniiti.

Sarqurxa Taliigaa

Dirqalaalee sarqurxaaf ifteessi

Qaxxaamurawwan Gabatee cuqoo keessa Basic IDE

Ajaja baafata halqara kan Gabatee Mojuulii keessaa

Saagi

Mojuulii

Mojuulii haaraa manbarroo ammeetti saagi.

Qaaqa

Qaaqa haaraa manbarroo ammeetti saagi.

Haqi

Mojuulii filame haqi.

Maqaa jijjiiri

Mojuulii ammee bakkarratti maqaa jijjiiri.

Dhoksi

Mojuulii ammee dhoksi.

Mojuulii

Qaaqa Qindeessaa maakroo bani.