Gulaalaa Qaaqaa keessaatti Too'annoota uumuu

Qaaqa keetti too'annoota ida'uuf, meeshaalee Sanduuqa-meeshaa kan gulaalaa qaaqa BASIC fayyadami.

  1. Sanduuqa-meeshaa banuuf, xiyya sajoo Too'annoota Saagi itti aanan jiran kamshaa Maakroo irraa cuqaasi.

  2. Meeshaa kamshicha irraa, fakkeenyaaf, Qabduu cuqaasi.

  3. Qaaqicha irra, qabduucha hamma hamamtaa barbaadduutti haarkisi.