Qaaqa Bu'uuraa uumu

  1. Meeshalee - Maakroota - Qindeessaa Qaaqootaa erga filattee booda Haaraa cuqaasi.

  2. Qaaqichaaf maqaa galchiitii, Tole cuqaasi. Qaaqichaaf booda maqaa jijjiiruuf, maqaa caancala irraa mirga-cuqaasiitii, Maqaa-jijjiiri filadhu.

  3. Gulaali cuqaasi.Gulaalaan Qaaqa Bu'uuraa qaaqa duwwaa kan qabuu fi banuu dha.

  4. Yoo kabala Sanduuqa-meeshaa arguu hindandeenyee, xiyya sajoo Too'annoota Saagi itti aanan jiran kabala Sanduuqa-meeshaa banuuf cuqaasi.

  5. Too'annaa uumuuf, meeshaa cuqaasiitii qaaqa keessatti haarkisi.