Baafatoota

Kutaa armaan gadii, matadureewwan gargaarsa bafatawwan fi qaaqawwaniif tarreessa.

Sajoo Yaaddannoo Foddaan galmee of keessatti qabate ati irratti hojjechuu barbaaddu akka ajajoota baafataa fayyadamuuf filatamuu qaba. Haaluma walfakkatuun, ajajoota baafataa wanta waliin firooman fayyadamuuf wanta galmee keessaa filachuu qabda.

Sajoo Ofegannoo Baafatawwan rifachisaa halqalaati. Kana jechuun maalimootni baafataa kun hojii amma hojjetamaa jiruuf faayidaa qabeessa ta'anii jiraatu. Yoo qareen barruu keessatti iddeeffame, maalimootni baafataa barruu gulaaluuf fayyadan hundi ni jiraatu. Yoo galmee keessaa saxaatoo filatteetta ta'e, maalimoota baafataa saxaatoo gulaaluuf fayyadan hunda agarta.

faayilii

Ajajootni kun galmee ammaatiif fayyadamu, galmee haaraa bani, yk fayyadama cufi.

Gulaali

Baafati kun ajaja qabeentoota galmee ammaa kan gulaalu of keessa qabaa.

Mul'isi

Baafati kun ajajawwan agarsiissa argii-irraa kan galmee too'achuuf gargaran of keessa qaba.

Saagi

The Insert menu contains commands for inserting new elements in your document. This includes images, media, charts, objects from other applications, hyperlink, comments, symbols, footnotes, and sections.

Dhangi'i

Ajajoota toorii, fi qabeentoota galmee keetii dhangeessuuf gargaran of keessaa qaba.

Gabatee

Contains commands to set, create, edit, update, load, and manage styles in a text document.

Gabatee

Ajajawwan, gabatee galmee barruu keessatti saagi, gulaali, fi haqi mul'isa.

Meeshaalee

Meeshaalee qubeeffannoo, kuusfaayaa faayoo wantaa isa ati galmee kee keessatti dabalachuu dandeessuu, fi sagantaa qindeesiituu barbaachissaa of keessaa qaba.

Foddaa

Ajajoota faddaalee galmee too'achuu fi agarsiissuudhaaf garagaru of keessaa qaba.

Gargaarsa

Bafatii Garagarsichaa, kaasuu fi sirna Gargaarsaa LibreOffice too'achu siif hayyama.