Java

Specifies the support options for Java applications in LibreOffice, including which Java Runtime Environment (JRE) to use. It also specifies whether to use experimental (unstable) features such as macro recording and access expert configuration.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose - LibreOffice - Advanced


Dirqaalee Java

JRE fayyadami

Appilikeeshinoota Java LibreOffice keessatti kaachisuuf si dandeessisa. Yeroo appilikeeshinootni Java ooftuu baxxee keetii argachuu yaalan, gaaffiin ni banama.

JRE dursee ijaarameera:

JRE fayyadamuu barbaaddu filadhu. Sirnaalee muraasa irratti, amma tarreen guutamutti xiqqoo eeguu qabda. Sirnaalee muraasa irratti, qindaa'ina kee jijjiirame fayyadamuuf LibreOffice lamkaasuu qabda. Daandiin gara JRE jala sanduuqa tarreetti mul'ata.

Dabali

Daandii ukaankaa hundee JRE kompiwuutara kee irraatti dabala. Daandichi gongee dhaamsaa armaan gadii keessatti raawwata.

Ulaagaalee

Gongee dhaamsaaUlaagaalee Jalqabaa Java bana.

Ramaddii Daandii

Gongee dhaamsaa Class Path bana.

Optional (unstable) options

Enable experimental features

It enables features that are not yet complete or contain known bugs. The list of these features is different version by version, or even it can be empty.

Enable macro recording

It enables macro recording, so the Tools - Macros - Record Macro menu item will be available.

Expert Configuration

Opens the Expert Configuration dialog for advanced settings and configuration of LibreOffice.