Dimshaasha

Defines the general options for drawing or presentation documents.

Ajaja kana bira gahuuf...

Open a presentation document, choose - LibreOffice Impress/LibreOffice Draw - General


Waantota barruu

Guulala saffisaa dandeessisi

Akka yeroo waanta barruu cuqaastu hatattamaan gara haalata gulaala barruutti tartu ifteessa.

Bal'ina barruu qofatu filatamuu danda'a

Barruu cuqaasuudhaan akka goodayyaa barruu filattu ifteessa.

Bal'ina goodayyaa barruu kan barruu hin qabnee keessa, waanti goodayyaa barruu duuba jiru filatamuu danda'a.

Galmee haaraa(dhiyeessa keessatti qofa)

Masakaan jalqabi

Specifies whether to activate the Wizard when opening a presentation with File - New - Presentation.

Qindaa'inoota

Kuuftalee duubee fayyadami

Specifies whether to use the cache for displaying objects on the master slide. This speeds up the display. Unmark the Use background cache option if you want to display changing contents on the master slide.

Yeroo deemsistu garagalchi

If enabled, a copy is created when you move an object while holding down the key. The same will apply for rotating and resizing the object. The original object will remain in its current position and size.

Waantota hoggayyuu deemsifaman

Specifies that you want to move an object with the Rotate tool enabled. If Object always moveable is not marked, the Rotate tool can only be used to rotate an object.

Waantota qonyoo keessaa hin bittineessin(fakkisa keessa qofatti)

Maintains relative alignment of Bézier points and 2D drawing objects to each other when you distort the object.

Yuniitii safaraa

Determines the Unit of measurement for presentations.

Dhaabbattoota caancalaa

Defines the spacing between tab stops.

Dhiyeessa jalqabi(dhiyyeessa keessatti qofa)

Enable remote control

Specifies that you want to enable Bluetooth remote control while Impress is running. Unmark Enable remote control to disable remote controlling.

Safari(fakkisa keessatti qofa)

Safara fakkisuu

Determines the drawing scale on the rulers.

Walfudhannaa(qindaa'inoota galmeen murtaa'an)

Qindaa'inootni bal'ina kana keessaa galmee ammee qofaaf sirrii ta'a.

Tottolcha barruuf safara maxxansaa fayyadami

Specifies that printer metrics are applied for printing and also for formatting the display on the screen. If this box is not checked, a printer independent layout will be used for screen display and printing.

Sajoo Yaaddannoo Yoo dirqaala kana galmee ammeetiif qindeessitee achumaan galmee olkeesse ,fakkeenyaaf,gita baayinerii dullachaan,dirqaalli kun ol hin kaa'amu.Yoo booda faayilii gita dullachaa irraa bante,dirqaalli kun durtiin kaa'ama.

Galmee ammee keessatti iddoo keeyyattoota jidduutti dabali

Specifies that LibreOffice Impress calculates the paragraph spacing exactly like Microsoft PowerPoint.

Microsoft PowerPoint iddoo jala keeyyataa gara iddoo gubbaa keeyyata itti aanutti iddoo hunda keeyyata lamaan jidduu jiru shallaguuf dabala.LibreOffice Impress iddoowwan lamaan keessaa isa xiqqaa ta'e fudhata.