walindhaa JDBC

kuusdeetaa argachuuf JDBC adda baasi.

Fakkeenya JDBC

Kutaa ooftuu JDBC fayyadamtee LibreOffice waliin kuusdeetaa JDBC walqabsiisuu dandeessa. Kutaan ooftuu oomishaa kuusdeetaa irra argama. Fakkeenyoonni lama kan JDBC Oracle and MySQL dha.

Sajoo Yaaddannoo The driver classes must be added to LibreOffice in - LibreOffice - Advanced.

Kuusdeetaa Oracle

Gahiinsa kuusdeeta Oraakilii Solaris ykn Linux irraa ooftuu JDBC fayyadamuu ni dandeessa. Foddaa irraa kuusdeetaa gahuuf, ooftuun ODBC ni barbaachiisa dha.

Saanduqa Madda Deetaa URL keessatti, bakka kaadhimaa kuusdeetaa oraakilii galchi. Caasimni URL gosa kuusdeetaa irratti hundaa'a. Odeeffannoo irra caaluuf galmee ooftuu JDBC waliin dhufe ilaali.

Kuusdeetaa Oraakiliif, caasimni URL kan ta'u:

oracle:thin:@hostname:port:database_name

kuusdeetaa MySQL

Ooftuun kuusdeetaa MySQL weebsaayitii MySQL irratti argama.

Caasimni kuusdeetaa MySQLf:

mysql://hostname:port/database_name

Madda deetaa URL

Enter the URL for the database. For example, for the MySQL JDBC driver, enter "jdbc:mysql://<Servername>/<name of the database>". For more information on the JDBC driver, consult the documentation that came with the driver.

Kutaa oofaa JDBC

Enter the name of the JDBC driver.

Sajoo Ofegannoo Before you can use a JDBC driver, you need to add its class path. Choose - LibreOffice- Advanced, and click the Class Path button. After you add the path information, restart LibreOffice.

Kutaa yaalii

Qindaa'inoota amma waliin walindhaa yaala.

Dhugoomsuu

Masaka Kuusdeetaa