Qabeentoota - Matadureewwan Gargaartuu Ijoo
Dhamsawwan ijoo gargaartuu agarsiisa, ukaankaa taliigaa keessatti haaluma wal fakkaatuun qindeeffamu.
Ukaankaa cufaa banuuf akkasumas ukaankaalee xixiqqaa fi fuula gargaartuu agarsiisuuf lama cuqaasi. |
|
Ukaankaa banaa cufuuf akkasumas ukaankaalee xixiqqaa fi fuula gargaartuu dhoksuuf lama cuqaasi. |
|
Fuula gargaarsaa walfakaataa agarsiisuuf sajoo galmee lama cuqaasi. |
Galfata gadkaayi fi mari akkasumas galmee banuuf, xiyya furtootaa furtuu deebii waliin makuun fayyadami.