Toorbarruuwwan Taliiguu
ni dandeessa.
Fuula ammee gargaartuu irratti mul'ifamef qindeessuuf Toorbarruuwwan ida'i sajoo fayyadami. |
Toorbarruuwwan fuula caancalaa Toorbarruuwwanirratti argachuu dandeessa.
-
Toorbarruu lama cuqaasuun yookaan furtuu deebii dhiibuun fuula gragaartuu ramadame bana. Mirga cuqaasuun baafata halqaraa bana.
-
Toorbarruu filataman haquuf furtuu Del fayyadami.
Ajajootni armaan gadii baafata halqaraa toorbarruu irraati
-
Display - dhimma gargaartuu filtame agarsiisa.
-
Rename - maqaa adda biraa torbarruudhaaf galchuuf qaaqa bana.
-
Delete - toorbarruu filatme haqa .