Tips and Extended Tips

Tips and Extended Tips provide help while you work.

Qacceewwan

Qacceewwan maqaalee qabduuwwan kamshaa himu. Qaccee agarsiisuuf, hanga maqaan qabduu mul'atutti, akeektuu qabduu kamshaa irra haaragalfachiisi.

Akkasumas qacceewwan maalimaalee tokko tokkoof ni mul'atu, kan akka maqaa boqonnaa galmee dheeraa keessa yeroo harrkiftu.

Sajoo Qaxxee Tips are always enabled.

Qacceewwan Baay'atoo

Qacceewwan baay'atoo waa'ee qabdootaa fi ajajootaa ibsa gahaa kennu. Qaccee baay'ataa agarsiisuuf, Shift+F1 dhiibi, itti aansuudhaan qabdoo yookaan ajaja akeeki.

Sajoo Qaxxee If you always want extended tips instead of tips, enable the extended tips on - LibreOffice - General.