Fankishinoota Xiinannoo Kutaa Tokko

[text/scalc/01/func_countifs.xhp#countifs_head not found].

Returns the count of rows or columns that meet criteria in multiple ranges.

B

pirobaabilitii eddattoo faca'iinsa baynoomiyaalii wajjinii kenna.

Caasima

B(Yaaliiwwan; SP; T1; T2)

Yaaliiwwan lakkoofsa yaaliwwan adda addaati.

SP tokko tokkoon yaalii irratti pirobaabilitiilitii argachuuti.

T1 lakkoofsa yaaliiwwaniitif daangaa gadaanaa qindeessa.

T1 lakkoofsa yaaliiwwaniitif daangaa gubbaa qindeessa.

Fakkeenya

pirobaabilitiin saddeeqa darbiinsa kudhanii maali, kan jaha sirrumaan yeroo lama mul'atu? pirobaabilitiin jahaa (ykn lakkoofsa biraa kamiiyyuu) 1/6 dha.Formuulaan armaan gadii haalota kana walitti qaba:

=B(10;1/6;2) pirobaabilitii 29% kenna.

BETADIST

Fankishinii rukkina pirobaabilitii dimshaashaa kenna.

Caasima

BETADIST(Lakkofsa; Alfaa; Bettaa; Jalqaba; Xumura; dimshaasha)

Lakkofsi gatii gidduu Jalqaba fi Xumura iddoo fankishiniin itti madaalamu.

Alfaan ulaagaa raabsiiti.

Bettaan ulaagaa raabsiiti.

Jalqaba(dirqaala) daangaa gadii Lakkoofsa ti.

Xumuraa (dirqaala) daangaa gubbaa Lakkoofsa ti.

Walittiqaba (dirqalee) 0 ykn Soba rukina faankishinii carraa herreeguu danda'a. Gatii abbaa fe'ee ta'uu dand'a ykn Dhugaa ykn faankishinii tamsa'ina walitti qabaa herreeguuf keessaa hafa.

Fankishinoota LibreOffice Calc keessatti, ulaagaaleen akka "dirqalee"tti malkateessaman kan dhiifamuu danda'an yoo ulaagaan homtuu kan hin hordofneen tahe qofaadha. Fakkeenyaaf, fankishinii ulaagaalee afur qabu keessatti, iddoo ulaagaaleen lamaan dhumaa akka "dirqalee"tti itti malkateessamanitti, ulaagaa 4 ykn ulaagaalee 3 fi 4 dhiisuu ni dandeessa, garuu ulaagaa 3 qofa dhiisuu hin dandeessu.

Fakkeenya

=BETADIST(0.75;3;4) gatii 0.96 kenna.

BETADIST

Fankishinii rukkina pirobaabilitii dimshaashaa kenna.

Caasima

BETA.DIST(Number; Alpha; Beta; Cumulative; Start; End)

Lakkofsi gatii gidduu Jalqaba fi Xumura iddoo fankishiniin itti madaalamu.

Alfaan ulaagaa raabsiiti.

Bettaan ulaagaa raabsiiti.

Walittiqaba (dirqalee) 0 ykn Soba rukina faankishinii carraa herreeguu danda'a. Gatii abbaa fe'ee ta'uu dand'a ykn Dhugaa ykn faankishinii tamsa'ina walitti qabaa herreeguuf keessaa hafa.

Jalqaba(dirqaala) daangaa gadii Lakkoofsa ti.

Xumuraa (dirqaala) daangaa gubbaa Lakkoofsa ti.

Fankishinoota LibreOffice Calc keessatti, ulaagaaleen akka "dirqalee"tti malkateessaman kan dhiifamuu danda'an yoo ulaagaan homtuu kan hin hordofneen tahe qofaadha. Fakkeenyaaf, fankishinii ulaagaalee afur qabu keessatti, iddoo ulaagaaleen lamaan dhumaa akka "dirqalee"tti itti malkateessamanitti, ulaagaa 4 ykn ulaagaalee 3 fi 4 dhiisuu ni dandeessa, garuu ulaagaa 3 qofa dhiisuu hin dandeessu.

Fakkeenyawwan

=BETADIST(0.75;3;4) gatii 0.96 kenna.

=BETADIST(0.75;3;4) gatii 0.96 kenna.

BETAINV

Garagaltoo fankishinii rukkina pirobaabilitii dimshaashaa kenna.

Caasima

BETAINV(Lakkofsa; Alfaa; Bettaa; Jalqaba; Xumura)

Lakkofsi gatii gidduu Jalqaba fi Xumura iddoo fankishiniin itti madaalamu.

Alfaan ulaagaa raabsiiti.

Bettaan ulaagaa raabsiiti.

Jalqaba(dirqaala) daangaa gadii Lakkoofsa ti.

Xumuraa (dirqaala) daangaa gubbaa Lakkoofsa ti.

Fankishinoota LibreOffice Calc keessatti, ulaagaaleen akka "dirqalee"tti malkateessaman kan dhiifamuu danda'an yoo ulaagaan homtuu kan hin hordofneen tahe qofaadha. Fakkeenyaaf, fankishinii ulaagaalee afur qabu keessatti, iddoo ulaagaaleen lamaan dhumaa akka "dirqalee"tti itti malkateessamanitti, ulaagaa 4 ykn ulaagaalee 3 fi 4 dhiisuu ni dandeessa, garuu ulaagaa 3 qofa dhiisuu hin dandeessu.

Fakkeenya

=BETAINV(0.5;5;10) gatii 0.33 kenna.

BINOM.INV

Returns the smallest value for which the cumulative binomial distribution is greater than or equal to a criterion value.

Caasima

BINOM.INV(Trials; SP; Alpha)

Yaaliiwwan ida'ama lakkoofsaa kan yaaliiwwaniiti.

SP tokko tokkoon yaalii irratti pirobaabilitiilitii argachuuti.

Alpha The border probability that is attained or exceeded.

Fakkeenya

=BINOM.INV(8;0.6;0.9) returns 7, the smallest value for which the cumulative binomial distribution is greater than or equal to a criterion value.

BINOMDIST

Jecha dhuunfaa pirobaabilitii raabsii baynoomiyaalii kenna.

Caasima

BINOMDIST(X; Yaaliiwwan; SP; C)

Xn Tuuta yaaliiwwanii keessaa lakkoofsa moo'insaati.

Yaaliiwwan lakkoofsa yaaliwwan adda addaati.

SP tokko tokkoon yaalii irratti pirobaabilitiilitii argachuuti.

C = 0 pirobaabilitii mudannoo takkaa shallaga fi C = 1 pirobaabilitii dimshaashaa shallaga.

Fakkeenya

=BINOMDIST(A1;12;0.5;0) agarsiisa (yoo gatiiwwan 0 hanga 12 A1 keessaatti galchaman) pirobaabilitiin meelchiiwwan faraankaa 12 kan mataawwan sirrumaan dhufuu danda'an lakkoofsa bay'isuu galchii A1 ta'a.

=BINOMDIST(A1;12;0.5;1)Tarreewwan walfakkaadhaf pirobaabilitiiwwan dimshaashaa agarsiisa. Fakkeenyaf, yoo A1 = 4 ta'e pirobaabilitiin dimshaashaa 0, 1, 2, 3 or 4 bay'isuu mataawwan (hin hammatamiin yookin).

CHIDIST

Chaay iskuweerii eerame kan maldhawiinsi mirkanaa'e irraa gatii pirobaabilitii kenna. CHIDIST gatii chaay iskuweerii eddatto tasaatif kennamu kan ida'ama (gatii hubatame-gatii eeggame)^2/ gatii eeggame irraa gatiiwwan raabsii chaay iskuweerii tiyooritikaalii hundaaf shallaga fi kanarraa dogongora pirobaabilitii kan hedatiin yaalamuuf murteessa.

Pirobaabiliitin HIDIST dhan murtaa'e CHITEST dhanis ni murtaa'a.

Caasima

CHIDIST(Lakkoofsa; DigriiBilisaa)

Lakkofsi gatii chaay iskuweerii kan eddattoo tasaa pirobaabiliti dogongoraa murteessuuf fayyaduu dha.

DigriiBilisaan hammaa firidamii yaaliiti.

Fakkeenya

=CHIDIST(13.27; 5) walqixa 0.02 ta'a.

Yoo gatiin chaay iskuweerii kan eddattoon tasaa 13.27 ta'ee fi yaaliin digrii firiidamii 5 qabaate, sana booda hedatiin pirobaabiliitii dogongoraa 2% wajjin mirkaneeffama.

CHIINV

Garagaltoo pirobaabilitii eege tokkee kan raabsa chaay-iskuweerdii kenna.

Caasima

CHIINV(Lakkoofsa; DigriiBilisaa)

Lakkoofsi gatii pirobaabilitii dogongoraati.

DigriiBilisaan hammaa bilisummaa yaaliiti.

Fakkeenya

Saddeqni yeroo 1020 darbatame. Lakkoofsootni 1 hanga 6 saddeqa irraa si'a 195, 151, 148, 189, 183, fi 154 (gatiiwwan hubannoo) ol dhufa. Hedaatin saddeeqni dhaabbataa mitii ni yaalama.

Raabsi chaay iskuweerii kan eddattoo tasaa foormulaa armaan oliitti kennameen murtaawa. Gatii eeggamaan lakkofsoota saddeeqa irratti kennamee n bay'isuu 1/6 waan ta'eef, kanaafuu 1020/6 = 170 ta'a, formulichi gatii chaay iskuuweerii 13.27 kenna.

Yoo chaay iskuuweeriin (hubatame) irraguddaa ykn walqixa CHIINV chaay iskuweerii (tiyoritikaalii) ta'e, maldhawiinsi ni gatama, garaarummaan tiyoorii fi yaalii bay'ee guuddaa waan ta'eefi dha. Yoo chaay iskuweeriin hubatame irra xiqqa CHIINV ta'e, maldhawiinsi ni dogongora pirobaabilitii eerame wajjin raggaasifama.

=CHIINV(0.05;5) 11.07 kenna.

=CHIINV(0.02;5) 13.39 kenna.

Yoo pirobaabilitiin dogongoraa 5% ta'e, saddeeqni dhugaa miti. Yoo pirobaabilitiin dogongoraa 2% ta'e, sababni dhabbataa ta'uu isaa amansiisu hin jiru.

CHISQDIST

Chaay-iskuweerii of danda'inaa irratti hundaa'uudhan piroobabiliitii diviyaansii kan tarreewwan yaalii lamaa raabsa tasaa irraa kenna. CHITEST returns the chi-squared distribution of the data.

Pirobaabiliitin CHIEST dhan murtaa'e CHIDIST dhanis murtaa'uu danda'a, kan dubbeen chaay iskuuweerii eddattoo tasaa keessatti akka deetaa dhedhii diisuun akka ulaagatti darbuu qabuu dha.

Caasima

CHITEST(DeettaB; DeetaaE)

DeetaaBn waraantoo dow'annaawwaniiti.

DeetaaEn hangii gatiiwwan eeggamooti.

Fakkeenya

Deetaa_B (hubatamaa)

Deetaa_E (eeggamaa)

1

195

170

2

151

170

3

148

170

4

189

170

5

183

170

6

154

170

=CHITEST(A1:A6;B1:B6) walqixa 0.02 ti. Kun pirobaabilitii kan deetaa raabsii chaay iskuweerii tiyoorotikaalii gahuu dha.

CHISQDIST

Gatii faankishinii rukina carraa deebisa ykn faankishiniin tamsaasaa walittiqabaa tamsaasa chaay-iskuuweriif deebisa.

Caasima

CHISQDIST(Lakkoofsa; Digiriiwwan Biliisummaa; Walittiqaba)

Lakkofsi gatii chaay iskuweerii kan eddattoo tasaa pirobaabiliti dogongoraa murteessuuf fayyaduu dha.

DigriiBilisaan hammaa firidamii yaaliiti.

Walittiqaba (dirqalee) 0 ykn Soba rukina faankishinii carraa herreeguu danda'a. Gatii abbaa fe'ee ta'uu dand'a ykn Dhugaa ykn faankishinii tamsa'ina walitti qabaa herreeguuf keessaa hafa.

Fakkeenya

=CHISQ.DIST(3; 2; 0) equals 0.1115650801, the probability density function with 2 degrees of freedom, at x = 3.

=CHISQ.DIST(3; 2; 1) equals 0.7768698399, the cumulative chi-square distribution with 2 degrees of freedom, at the value x = 3

CHISQDIST

Chaay iskuweerii eerame kan maldhawiinsi mirkanaa'e irraa gatii pirobaabilitii kenna. CHIDIST gatii chaay iskuweerii eddatto tasaatif kennamu kan ida'ama (gatii hubatame-gatii eeggame)^2/ gatii eeggame irraa gatiiwwan raabsii chaay iskuweerii tiyooritikaalii hundaaf shallaga fi kanarraa dogongora pirobaabilitii kan hedatiin yaalamuuf murteessa.

Pirobaabiliitin HIDIST dhan murtaa'e CHITEST dhanis ni murtaa'a.

Caasima

CHIDIST(Lakkoofsa; DigriiBilisaa)

Lakkofsi gatii chaay iskuweerii kan eddattoo tasaa pirobaabiliti dogongoraa murteessuuf fayyaduu dha.

DigriiBilisaan hammaa firidamii yaaliiti.

Fakkeenya

=CHIDIST(13.27; 5) walqixa 0.02 ta'a.

Yoo gatiin chaay iskuweerii kan eddattoon tasaa 13.27 ta'ee fi yaaliin digrii firiidamii 5 qabaate, sana booda hedatiin pirobaabiliitii dogongoraa 2% wajjin mirkaneeffama.

CHISQDIST

Gatii faankishinii rukina carraa deebisa ykn faankishiniin tamsaasaa walittiqabaa tamsaasa chaay-iskuuweriif deebisa.

Caasima

CHISQDIST(Lakkoofsa; Digiriiwwan Biliisummaa; Walittiqaba)

Lakkoofsa lakkoofsa faankishinichi herreegamuufi dha.

Digirii Biliisummaa digiriiwwan biliisummaa faankishinii chaay-iskuuweriiti.

Walittiqaba (dirqalee): 0 ykn Soba faankishinii rukina carraa herreega. Gatiiwwan kanbiroo ykn Dhugaa ykn kan dhiifame faankishinii tamsaasa walittiqabaa herrega.

CHISQINV

Faallaa CHISQDIST deebisa.

Caasima

Carraa gatii carraa faallaan tamsaasa chaay-iskuweerii herreegamuufii ti.

Digirii Biliisummaa digiriiwwan biliisummaa faankishinii chaay-iskuuweriiti.

CHISQINV

Garagaltoo pirobaabilitii eege tokkee kan raabsa chaay-iskuweerdii kenna.

Caasima

CHISQ.INV(Probability; DegreesFreedom)

Carraa gatii carraa faallaan tamsaasa chaay-iskuweerii herreegamuufii ti.

Digirii Biliisummaa digiriiwwan biliisummaa faankishinii chaay-iskuuweriiti.

Fakkeenya

=CHIINV(0.05;5) 11.07 kenna.

CHISQINV

Garagaltoo pirobaabilitii eege tokkee kan raabsa chaay-iskuweerdii kenna.

Caasima

CHIINV(Lakkoofsa; DigriiBilisaa)

Lakkoofsi gatii pirobaabilitii dogongoraati.

DigriiBilisaan hammaa bilisummaa yaaliiti.

Fakkeenya

Saddeqni yeroo 1020 darbatame. Lakkoofsootni 1 hanga 6 saddeqa irraa si'a 195, 151, 148, 189, 183, fi 154 (gatiiwwan hubannoo) ol dhufa. Hedaatin saddeeqni dhaabbataa mitii ni yaalama.

Raabsi chaay iskuweerii kan eddattoo tasaa foormulaa armaan oliitti kennameen murtaawa. Gatii eeggamaan lakkofsoota saddeeqa irratti kennamee n bay'isuu 1/6 waan ta'eef, kanaafuu 1020/6 = 170 ta'a, formulichi gatii chaay iskuuweerii 13.27 kenna.

Yoo chaay iskuuweeriin (hubatame) irraguddaa ykn walqixa CHIINV chaay iskuweerii (tiyoritikaalii) ta'e, maldhawiinsi ni gatama, garaarummaan tiyoorii fi yaalii bay'ee guuddaa waan ta'eefi dha. Yoo chaay iskuweeriin hubatame irra xiqqa CHIINV ta'e, maldhawiinsi ni dogongora pirobaabilitii eerame wajjin raggaasifama.

=CHIINV(0.05;5) 11.07 kenna.

=CHIINV(0.02;5) 13.39 kenna.

Yoo pirobaabilitiin dogongoraa 5% ta'e, saddeeqni dhugaa miti. Yoo pirobaabilitiin dogongoraa 2% ta'e, sababni dhabbataa ta'uu isaa amansiisu hin jiru.

CHITEST

Chaay-iskuweerii of danda'inaa irratti hundaa'uudhan piroobabiliitii diviyaansii kan tarreewwan yaalii lamaa raabsa tasaa irraa kenna. CHITEST returns the chi-squared distribution of the data.

Pirobaabiliitin CHIEST dhan murtaa'e CHIDIST dhanis murtaa'uu danda'a, kan dubbeen chaay iskuuweerii eddattoo tasaa keessatti akka deetaa dhedhii diisuun akka ulaagatti darbuu qabuu dha.

Caasima

CHITEST(DeettaB; DeetaaE)

DeetaaBn waraantoo dow'annaawwaniiti.

DeetaaEn hangii gatiiwwan eeggamooti.

Fakkeenya

Deetaa_B (hubatamaa)

Deetaa_E (eeggamaa)

1

195

170

2

151

170

3

148

170

4

189

170

5

183

170

6

154

170

=CHITEST(A1:A6;B1:B6) walqixa 0.02 ti. Kun pirobaabilitii kan deetaa raabsii chaay iskuweerii tiyoorotikaalii gahuu dha.

COUNT

Tarree qajeelfamootaa keessa lakkoofsotni hammamii akka jiran lakkaa'a. Galchiiwwan barruu ni tuffatamu.

Caasima

COUNT(Gatii1; Gatii2; ... Gatii30)

Gatii1;Gatii2, ... gatiiwwan 1 hanga 30 ti ykn hangiiwwan gatiiwwan lakkaawaman bakka bu'uu dha.

Fakkeenya

Galchiiwwan 2, 4, 6 fi saddeet kan dirreewwan gatii 1-4 keessaa ni lakkaawamu.

=COUNT(2;4;6;"eight") = 3. Kanaafuu lakkawwin lakkoofsaa 3 ta'a.

COUNTA

Tarree qajeelfamootaa keessa gatiiwwan hammamii akka jiran lakkaawa. Galchiiwwan barruutis ni lakkaawamu, diraa duwwaa dheerina 0 yoo qabaatan illee. Yoo qajeelfamni waraantoo ykn wabii ta'e, man'eewwan duuwwaa waraantoo keessaa ni tuffatamu.

Caasima

COUNTA(Gatii1; Gatii2; ... Gatii30)

Gatii1;Gatii2, ... Qajeelfamoota 1 hanga 30 ti ykn hangiiwwan gatiiwwan lakkaawamanii bakka bu'a.

Fakkeenya

Galchiiwwan 2, 4, 6 fi saddeet kan dirreewwan gatii 1-4 keessaa ni lakkaawamu.

=COUNTA(2;4;6;"eight") = 4. Kanaafuu lakkawwin gatiiwwani 4 ta'a.

COUNTBLANK

Man'eewwan duuwwaa deebisa.

Caasima

COUNTBLANK(Hammangaa)

Lakkoofsa man'eewwan duuwwaa hammangaa man'ee keessa jiranii deebisa.Range.

Fakkeenya

=COUNTBLANK(A1:B2) Yoo man'eewwan A1, A2, B1, and B2 duuwwaa ta'an 4 deebisa.

COUNTIF

Lakkoofsa man'eewwanii kan ulaagaa wayii hammangaa man'ee keessaa waliin wal qabatu deebisa.

The search supports regular expressions. You can enter "all.*", for example to find the first location of "all" followed by any characters. If you want to search for a text that is also a regular expression, you must precede every character with a \ character. You can switch the automatic evaluation of regular expression on and off in - LibreOffice Calc - Calculate.

Caasima

COUNTIF(Hammangaa; Ulaagaa)

Hammagni hammanga ulaagaan itti hojiirra oolfameedha.

Criteria indicates the criteria in the form of a number, an expression or a character string. These criteria determine which cells are counted. If regular expressions are enabled in calculation options you may also enter a search text in the form of a regular expression, e.g. b.* for all cells that begin with b. If wildcards are enabled in calculation options you may enter a search text with wildcards, e.g. b* for all cells that begin with b. You may also indicate a cell address that contains the search criterion. If you search for literal text, enclose the text in double quotes.

Fakkeenya

A1:A10 hammangaa man'ee lakkoofsotaa 2000 hanga 2009 of keessaa qaba. Man'ee B1 lakkoofsa 2006 of keessaa qaba. Man'ee B2 keessa, foormulaa galchita:

=COUNTIF(A1:A10;2006) - kuni 1 deebisa

=COUNTIF(A1:A10;B1) - kuni 1 deebisa

=COUNTIF(A1:A10;">=2006") - kuni 4 deebisa

=COUNTIF(A1:A10;"<"&B1) - yoo B1 qabaate 2006, kuni 6 deebisa

=COUNTIF(A1:A10;C2) iddoo man'een C2 barruu >2006 lakkoofsa man'eewwanii hammangaa A1:A10 keessaa lakkaa'u kan >2006 ta'u of keessaa qaba.

Lakkoofsota negatiivii qofa lakkaa'uuf: =COUNTIF(A1:A10;"<0")

EXPONDIST

Raabsii eksipooneenshiyaalii kenna.

Caasima

EXPONDIST(Lakkofsa; Lambda; C)

Lakkofsi gatii fankishiniiti.

Lambdan gatii ullagaati.

Cn gatii yaayaa kan akkataa fankishinii murteessu dha.C = 0 rukkina fankishinii shallaga fi C = 1 raabsa shallaga..

Fakkeenya

=EXPONDIST(3;0.5;1) 0.78 kenna.

INTERCEPT

Gatiiwwan beekkamoo x fi y fayyamuudhan xuqaa sararri gatiiwwan y itti kiphu shallaga.

Caasima

INTERCEPT(DeetaaY; DeetaaX)

DeetaaYn tuuta hirkataa hubattoowwani ykn deetaati.

DeetaaXn tuuta of danda'aa hubattoowwani ykn deetaati.

Maqaawwan, waraantoowwan ykn wabiiwwan lakkoofsa qaban asitti fayyaduu qabu.

Fakkeenya

Walkipha shallaguuf, man'eewwan D3:D9 akka gatii y fi C3:C9 akka gatii x wardii fakkeenyaa irraa fayyadami.Naqaan akka armaan gadiiti:

=INTERCEPT(D3:D9;C3:C9) = 2.15.

RSQ

Gatiiwwan kennaman irratti hundaa'uudhan iskuuweerii maxxantoo firooma pisan kenna. RSQ (akkasumas maxxantoo dutannoo jedhama) safara sirrummaa mijaa'inaa fi xiinxala rigireeshinii homishuuf fayyada.

Caasima

RSQ(DeetaaY; DeetaaX)

DeetaaY waraantoo ykn hangii xuqaawwan deetaati.

DeetaaX waraantoo ykn hangii xuqaawwan deetaati.

Fakkeenya

=RSQ(A1:A20;B1:B20)Tuutota deetaa tarjaawwan A fi B keessaa lamanifuu maxxantoo firooma shallaga.