Walfakkaatina Barbaachaa
Jechoota kanneen barruudhaaf barbaacha walfakaatu barbaadi. Sanduuqa filannoo kana fili ittaansuudhaan dirqaalawwan walfakkaatinaa hiikuuf, qabduu... cuqaasi.
Fakkenyaf barbaachi walfakaatinaan jeechoota barruuf Barbaadii irraa arfiilee lamaan adda taa'an barbaaduu danda'a.
Guulaalii - Barbaadi fi Bakkabuusi -Sanduuqa filannoo wafakkeenya barbaadi fi... qabduu fili.
Kabala Gabatee Deetaarraa', sajoo Barbaadi - sanduuqa Filannoo walfakeenya barbaadi'... qabaduu(mui'annoo gabatee kuusaa detaa) cuqaasi
Kabala Unka Saxaxarraa'Kuusaa Barbaadi - Sanduuqa filannoo walfakeenya barbaadi'... qabduu(Mul'annoo unkaa) cuqaasi
...
Dirqalawwan barbaacha walfakkaatinaa qindeessi.
Qindaa'ina
Ulaagaa murteessuudhaaf yoo jechii jechaa barbaachaattin walfakkaatuun hiika.
Arfiilee waljijjiiri
Baay'ina arfiilee barbaacha jecha keessa kan jijjiiramu danda'u galchi. Fakkeenyaaf, yoo arfiilee waljijjiiran ifteessitu,"\gurracha\" fi \"baqaqaa\" walfakaatinaan hubatamu.
Arfiilee ida'i
Baay'ina guddaa arfiilee kan jechi lakkoofsii arfiilee barbaachaa jecha keessaa caaluu danda'u galchi.
Arfiilee haqi
Baay'ina arfilee kan jecha barbaachaa irra xiqqaachuu danda'u galchi.
Maki
Jecha walmakinsa hundaa qindaa'ina barbaacha wal fkkaata walsimu barbaada.